Ummattootni Abbootii Dachee Australia gartuu tokko irraa kan dhufan miti. Gara Saboota 500, tokkoon tokkoo isaanii aadaa afaanota adda addaa fi akkaataa jireenyaa fi caasaa firummaa addaa qabu.
(Naayiroobii) – Hiyumaan Raayit Wochiin gabaasa har’a baasen, humnoonni nageenyaa Itiyoophiyaa yeroo mormiin Oromiyaa keessatti baldhinaan gaggeeffamen Sadaasa 2015 eegalee namoota 400 ol kan ajjeesan ...